Dhaabatni Abbagaar Itiyoophiyaa deegarsa maalaqa Baankii Adunyaa irraa argateen Geggeesotaa fi qaamolee ga’eef haala keessummeessa fi furiinsa Koomiiwanii irratti leenjii hubannoo gabbisuu laateera
Dhaabatni Abbagaar Itiyoophiyaa Geggeesotaa fi qaamolee ga’eef leenjii hubannaa gabbisuu laate.


