Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Hoogantoota Buufatoottan Fayyaa kan kutaa Baadiyaa waliin walta’iinsa Tajaajila Wabii Fayyaa laachuuf walii galtee mallateessan.
Walta’iinsa kana mallatteefame kan Itti-Aanaan Hooganaa Biiroo Fayyaa Bulchiinsaa Obbo Yuusuf Sa’idii fi hoogantoonni Buufataalee Fayyaa baadiyaa mallatteessaniiru.


