iraatonni Bulchiinsaa RIB deegarsa Akaakuu fi Maalaqaa gumaachaa turan kenname .

    Jiraatonni Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Haleellaan Rayyaa Ittisa Biyyaa Iizii Kaabaa irratti raawwatame balaalefachuun cinatti RIB deegarsa Akaakuu fi Maalaqaa kan Jiraatonni Araddoottan Baadiyaa fi Magaalaa Bulchiinsaa Dirree Dhawaa gumaachaa roga gara garaan taasifamaa ture laatan.
    Sirna kenniinsa Deegarsaa kan guyyaa har’aa taasifame irratti Sadarkaa Deetaan Ministeeraatti Hoogantuun Bulchiinsa Fandii Ejansii Wabii Adde Warqinash Birruu , Hoogantoonni ol’aanoon Bu