Lakkaawwii Ummataa Fi Manneenii 4ffaaf milkaa’inaan geggeessuuf mari’atame

    Koreen Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Abdallaa Ahmadiin duurfame Lakkaawwii Ummataa Fi Manneenii 4ffaaf akka Bulchiinsa Dirree Dhawaatti milkaa’inaan raawachuuf haala dandeesisuu fi akka bulchiinsaatti sochii hanga ammaatti taasifame irratti mariin taasifameera. Marii kana irratti Koomiishiniin Lakkoofsa Ummataa fi Manneenii kan Bulchiinsa Dirree Dhawaatiifi koreewwan adda  addaan marii kana irratti hirmaatanii hojiiwan hanga ammaatti Lakkaawwii Ummataa…

    Read More

      Dhabamuun Bulchiinsa Gaarii jiraatota lolaaf kakaaseera jechuun jiraatonni himan

      Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi naannawatti yeroo dhihoo asitti wal-dhabiiwan uumamaniif sababoottan ijoo jedhamanii eeraman keessaa inni tokko Dhaabilee Tajaajila Laatanitti Dhabamuun Bulchiinsa Gaarii jiraatota lolaaf kan kakaase taachaa kutaa Magaalaa bulchiinsaatti jiraatonni dhimma sababa wal-dhabbiiwanii irratti haasoofsine keessaa irra caalaan ibsan. Jiratotni yaada nuuf ibsan keessattuu jedhan sababa wal-dhabbiiwan yeroo dhihoo asitti  naannawa Bulchiinsaatti uumamaniif…

      Read More