Lakkaawwii Ummataa Fi Manneenii 4ffaaf milkaa’inaan geggeessuuf mari’atame

    Koreen Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Abdallaa Ahmadiin duurfame Lakkaawwii Ummataa Fi Manneenii 4ffaaf akka Bulchiinsa Dirree Dhawaatti milkaa’inaan raawachuuf haala dandeesisuu fi akka bulchiinsaatti sochii hanga ammaatti taasifame irratti mariin taasifameera.

    Marii kana irratti Koomiishiniin Lakkoofsa Ummataa fi Manneenii kan Bulchiinsa Dirree Dhawaatiifi koreewwan adda  addaan marii kana irratti hirmaatanii hojiiwan hanga ammaatti Lakkaawwii Ummataa Fi Manneenii 4ffaaf geggeefameen hanqinootni fooya’uu qabanii fi ciminoota daran cimanii itti fufuu qaban irratti mariin taasifameera.

    Leave a Reply

    Your email address will not be published. Required fields are marked *