Dooktar Ambaachaw Makoonnan preezdaantii naannoo Amaaraa ta’uun muudaman.
Itti gaafatamaan Waajjira Koree Giddugaleessaa ADP Dooktar Ambaachaw Makoonnan, bakka obbo Gadduu Aandaargaachaw bu’anii akka hojjetaniif Mana Maree Naannoo Amaaratiin muudamaniiru.


