በሐረር ከተማ ስልጠና እየወሰዱ የሚገኙት የብልጽግና ፓርቲ የድሬዳዋ እና ሐረሪ ክልል መካከለኛ አመራሮች ደም ለግሰዋል::

    በደም ልገሳው ላይ የስልጠናው አወያይ እና አስተባባሪ ከፍተኛ አመራሮችም ተሳታፊ ነበሩ:: ሐረር እየወሰዱ ከሚገኘው የአቅም ግንባታ ስልጠና ጎን ለጎን የሐረር ከተማ የተለያዩ ቦታዎችን በአንድነት አፅድተዋል በእረፍት ቀናቸው ከዚህ ቀደም የተተከሉ ችግኞችን የመንከባከብ ተግባር ሰርተዋል :: የብልፅግና ፓርቲ ሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴ አባል እና የሐረሪ ክልል ር/መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪን ጨምሮ የድሬዳዋ እና ሐረሪ ክልል ብልፅግና ፓርቲ…

    Read More

      “ኢትዮጵያ በታላቁ የህዳሴ ግድብ ላይ የያዘችው አቋም የህዝብን ጥቅምና ፍላጎትን ያገናዘበ ነው” የድሬዳዋ እና የሀረሪ ክልል አመራሮች

      በእያንዳንዱ ኢትዮጵያዊ ፍላጎትና ተሳትፎ እየተገነባ የሚገኘው ታላቁ የህዳሴ ግድብ ካለማንም ጣልቃ ገብነት በታቀደለት ጊዜ እንዲጠናቀቅ ተሳትፏችንን እናጎለብታለን ያሉት በሀረር ከተማ ስልጠና እየወሰዱ የሚገኙ የድሬዳዋ እና የሀረሪ ክልል የብልፅግና ፓርቲ መካከለኛ አመራሮች ናቸው:: ከአመራሮቹ መካከል ወ/ሪት አሊያ ሁሴን እንደተናገረችው “በተለይም አሜሪካ ከታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ጋር ተያይዞ የማስማማት ሚና መወጣት የነበረባት ቢሆንም ለሌሎች የወገነና በኢትዮጵያ ጥቅምና…

      Read More

        ሴቶች ያላቸውን እውቀትና ክህሎት በመጠቀም ለውጡን ወደ ተሻለ ደረጃ ማድረስ ይገባቸዋል ተባለ

        በአስተዳደራችን መንግስት ሴክተር መስሪያ ቤቶች ያሉ ሴት የቡድን መሪዎችን ወደ ውሳኔ ሰጪነት ለማምጣትና የሀገራችንን ለውጥ ለማስቀጠል እንዲያግዝ በማሰብ ለሶስት ተከታታይ ቀናት በአመራር ሰጪነት ዙሪያ ስልጠና ተሰጠ፡፡ በአስተዳደሩ ካይዘን ኢንስቲቲዩት አማካኝነት የሴቶች የአመራር ሰጪነት ላይ በተዘጋጀ የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና የተሳተፉ ሴቶች እንደተናገሩት የሀገራችን ጠ/ሚ ዶ/ር አብይ አህመድ እንደ ሀገር በፌደራል ደረጃ ሴቶችን ወደ አመራርነት ለማምጣት ያደረጉት…

        Read More

          Dubartoonni Beekumsaa fi Malaan Ga’uumsa qabaniitti fayyadamuun jijjiirama ceesisuu akka qaban ibsame

          Dubartoota Hojjatoota Dhaabilee Sektaroota Bulchiinsa Dirree Dhawaatti sadarkaa Geggeesummaa Gareewaniin hojjachaa kanneen jiraniif leenjii Hubannoo gabbisuu laatamaa jiru irratti Dubartoonni Beekumsaa fi Malaan Ga’uumsa qabaniitti fayyadamuun jijjiirama ceesisuu akka qaban ibsameera. Murtee kennummaa Dubartootaa ol-guddisuun misoomaa fi geggeessumaa Siyaasaa Biyya teenyaa keessatti shoora dubartootaa guddisuuf wal-tajjii leenjii hubannoo gabbisuu kan qopheessummaa Dhaabata Inistituutii Kaayizanii Bulchiinsaattin…

          Read More

            Dirree Dhawaa Maqaa Oomisha Kudraa fi Mudraa qabaachaa turtetti deebisuuf hojjatamaati jira

            Abbaan Taayitaa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensa Uumamaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Mala ykn tooftaawan Biqiltoota shanyii fooyya’oo Kudraa fi Mudraa ittiin Biqilchan irratti qaamolee Mootummaa fi Miti-Mootummaa hojii Biqiltoota Biqilchuu irratti bobba’anii jiraniif leenjii Hubannoo gabbisuu laate irratti haasawa kan taasisan Hoji-Geggeessaan Abbaan Taayitaa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensa Uumamaa Dirree Dhawaa Obbo Abduu Mahamad…

            Read More

              Biyyi teenya Mirga Itti-fayyadama Hidha Guddichaa dabarsitee akka hin laanne beeksifte

              Biyyi teenya Itiyoophiyaan mirga itti fayyadama Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa biyyoota ollaa otoo hin miidhiinii fi waliigalteewwan biyyooleessa kabajuun fayyadamuuf mirga qabdu dabarsitee akka hin kennine Mootummaan beeksise. Sadarkaafa adeemsa akkasumas haala waliigaltee ijaarsa hidhichaa ilaalchisee Waajjira Ministira Muummeetti ibsi kennameera. Itiyoophiyaan hidhicha ijaaruuf mirga guutuu akka qabduuf kadhaa balbala biyya biraa kan ishee gaafatu…

              Read More

                Qabeenya Uumamaa kunuunsaa eeguun murteessaa taachaan ibsame

                Dinagdee Misooma Magariisaa Biyyi teenya Itiyoophiyaan jalqabde galmaan ga’uuf Qabeenya Uumamaa kunuunsaa eeguun Hojii sadarkaa ol’aanaadhaan barbaachisuu fi murteessaa ta’eedha jechuun Hooganaan Biiroon Qonna Bishaan Albuudaa fi Inarjii Obbo Ibraahim Yuusuf ibsan. Qindeessummaa Biiroon Qonna Bishaan Albuudaa fi Inarjii Bulchiinsaa Ministeera Bishaan Masnoo fi Inarjii Federaalaa waliin sochii misooma magariisaa akka biyyaatti raawatamaa jiru daran…

                Read More

                  ለድሬዳዋ እና ለሐረሪ ክልል የብልጽግና ፓርቲ መካከለኛ አመራሮች የአቅም ግንባታ ስልጠና መስጠት ተጀመረ፡፡

                  ዛሬ በተጀመረው ስልጠናው መክፈቻ ላይ ንግግር ያደረጉት የብልጽግና ፓርቲ ሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴ አባል እና የሐረሪ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ ሃገራዊ የለውጥ እርምጃዎች፣ ርዕዮት ዓለምና እንድምታዎቹ፣ የፓለቲካ ብልፅግናን የማረጋገጥ ትልም እና ፈተናዎቹ፣ ኢኮኖሚያዊ እና ማህበራዊ ብልፅግናን የማረጋገጥ ትልም እና ፈተናዎቹ የስልጠናው የትኩረት ነጥቦች ናቸው ብለዋል:: መካከለኛ አመራሮቹ በስልጠናው ሂደት ንቁ ተሳትፎ እንዲያደርጉ እና ከስነ…

                  Read More