Hoogantuun Biiroo Fayyaa bulchiinsaa Adde Lamlam Bazaabih arra Torban busaa biyyaalessaa ilaalchisuun marii qaamolee ga’ee waliin taasisan irratti dhukuboota gosa bookeen dadarban Busaa, Daangii fi Chikuguuniyaa ittisuuf duula jalqabame irratti hawaasni hundi shoora gama isaa akka bahatu waamicha dhaamaniiru.
Busaa Ittisuuf hunduu shoora gama isaa akka gumaachu waamichi dhiyaate.


