Araddoota Baadiyaa Bulchiinsaatti rakkoo humna ibsaan wal qabatee turuun koomii fi gaaffii kaasaa ture keessaa tokko kan ta’e Araddaa Koorisootti kan sararrii Lakooftuun jiraatota Araddaa Koorisoo 90 hiramee ibsaan ala ture Lakkooftuuwan 30 ibsaan tolfamuu fi kanneen hafaniis yeroo gabaabaatti hiikuuf hojjatamaa jiraachuu ibsame.
Rakkoo Ibsaa baadiyaa furuuf hojiin jalqabamee jiraachuun ibsame.


