Dorgomii 8ffaa Pirimarlii Liigii Kubbaa Kaachoo Kilaboota Itiyoophiyaa xumurame.

    Dorgomii 8ffaa Pirimarlii Liigii Kubbaa Kaachoo Kilaboota Itiyoophiyaa kan Amajjii 16 hanga 20 marsaa 1ffaa magaalaa Dirree Dhawaatti geggeefamaa tureen
    Gama Dhiiraan Gareen Magaalaa Dirree Dhawaa Garee Kutaa Magaalaa Yekkaa 62 fi 54 yoo injifatu Gama Dubartootaan Gareen Magaalaa Hawaasa Garee Magaalaa Walqixee 44 fi 36 injifachuun marsaa 1 ffaa xumurameera marsaa 2 ffaan Magaalaa Bahar Daaritti kan geggeefamuu taachaas Federeeshinii Kubbaa Kaachoo Itiyoophiyaa irraa beekuun danda’ameera.