ትውልድ ተሸጋሪ አጀንዳዎችን እናስብ፤ እንተግብር

    ይህች ዓለማችን በርካታ ሀሳቦች በተለያዩ የድምጽ ቃናዎች ታጅበው እዚህም እዚያም የሚደመጡባት ናት፡፡ ከእነዚህ አስተሳሰቦች መሀል በቁጣ ድምጽና በመሳሪያ ታጅበው ሳንፈልጋቸውና ሳናምንባቸው እንድንቀበላቸው የሚያስገድዱ ናቸው፡፡እነዚህ አስተሳሰቦች የዜጎችን መብቶች ለመጣስና ነጻነትንና ዴሞክራሲን ለማጥፋት እንደተነሱ ገና ከአነሳሳቸው የሚያስታወቁ ናቸው፡፡ ሌሎቹ አስተሳሰቦች ደግሞ በማባበያ ቃላትና በበሬ ወለደ የፈጠራ ወሬ የታጀቡ ሲሆን የዋሆችን የማሳመን አቅማቸው ግን ከፍተኛ ነው፡፡ ብዙዎችን ስሜታዊ…

    Read More

      Ayyaanni Daamaraa haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajame

      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hordoftoota amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa kan Magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaanni Daamaraa haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera.   Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hordoftoota amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa Ayyaana Daamaraa (Masqalaa) Dirree Buufata Baabura Lafaa kan Kaziiraatti qophiiwan gara garaan kabajaati jiru. Ayyaanni Damaraa kun itti kabajamu Dirree Lagahaar qulqulleessaati jiru. Jimmata ayyaanni Daamaraa hordoftoota amantaa…

      Read More

        Guyyaan Turizimii Adunyaa kurfii gara garaan kabajuuf qophiin xumuramuun ibsame

        Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaan Turizimii Adunyaa kan sadarkaa Adunyaatti yeroo 40 fi akka Biyya teenyaatti yeroo 23 barana qophii gara garaan kabajauuf xumuramuun ibsame.   Guyyaan Turizimii Adunyaa kun Turizimiin Carraa hojii fi jireenya fooya’aaf dhaadannoo jedhuun Bulchiinsa Dirree Dhawaatti  Fuulbana 17 hanga 20 tti ni kabajama. Ayyaana Guyyaan Turizimii Adunyaa kana ilaalchisuudhaan ganama har’aa…

        Read More

          Dargaggootni Amantaa gara garaa Dirree Ayyaanni Daamaraa itti-kabajamu qulqulleessan

          Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kutaa Araddoottan Magaalaa kanneen gara garaa irraa Daergaggootni walitti babahan kan Hordoftoota Amantaa gara garaa Guyyaa Arraa jechuuniis Fuulbana 15 Guyyaa jala bultii Ayyaanni Daamaraa (Masqalaa) Dirree Ayyaanni Damaraa kun itti kabajamu Dirree Lagahaar qulqulleessaati jiru. Booru ayyaanni Daamaraa hordoftoota amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa biratti kabajameet oola. Ayyaanni Masqalaa ammoo iftaan kabajama. Ayyaanicha…

          Read More

            Rakkoon Wal-dhabbii Uumame kan Amantaa fi Sabaa akka hin ta’in ibsame

            Fuulbana 10 Bulchiinsa Dirree Dhawaa kutaa Magaalaa Ganda Qafiiraa , Dachaatuu fi Amistanyaa jedhamutti kan Uumame rakkoon wal-dhabbii kan Amantaa fi Sabaa akka hin ta’in Bakka Bu’aan Hooganaa Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Mikaa’eel Indaala ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin ibsan. Obbo Mikaa’eel itti-dabaluuniis rakkoon wal-dhabbii Uumame kanaan wal-qabatee Humni poolisii osoo tasgabbeessuuf yaalii gochaa jiranii…

            Read More

              Hawaasa kum 15 ol kan fayyadamoo taasisu Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa jalqabame

              Jireenya Hawaasa Harka qaleeyyii Kutaa magaalaa jijjiiruuf kan Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa Sadarkaa Biyyaalessaattii fi akkasumaas akka Bulchiinsa Dirree Dhawaattiis Araddoottan Magaalaa muraasatti kan jalqabame Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa gara Araddoottan hafan jechuuniis Araddoottan 01, 02 fi 03 tti hojiin jalqabsiisuu geggeefameera. Bulchiinsa Dirree Dhawaa muraasa keessatti Jireenya Hawaasa Harka qaleeyyii…

              Read More

                Daa’iman maatii harka qalleeyiif kan oolu Deegarsa meeshaalee Barnootaa Bulchiinsatti laate

                Waldayni Diyaasporaa Dirree Dhawaa kun Deegarsa meeshaalee Barnootaa Bulchiinsatti laate kun Dabtara kum 2 fi dhibba tokkoon ol , Qalama kum 1fi dhibba lamaan ol akkasumaas haaqxuu 745 ol Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh fi Hoogantuu Biiroo Barnoota Bulchiinsaa Adde Muluukaa Mahamadiif laataniiru . Sirna kenniinsa Deegarsa meeshaalee Barnootaa kana irratti haasawa…

                Read More