Jireenya Hawaasa Harka qaleeyyii Kutaa magaalaa jijjiiruuf kan Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa Sadarkaa Biyyaalessaattii fi akkasumaas akka Bulchiinsa Dirree Dhawaattiis Araddoottan Magaalaa muraasatti kan jalqabame Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa gara Araddoottan hafan jechuuniis Araddoottan 01, 02 fi 03 tti hojiin jalqabsiisuu geggeefameera.
Bulchiinsa Dirree Dhawaa muraasa keessatti Jireenya Hawaasa Harka qaleeyyii Kutaa magaalotaa jijjiiruuf Sagantaa wabii midhaan nyaataa kan Magaalaa .


