Ayyaanni Daamaraa haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajame
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hordoftoota amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa kan Magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaanni Daamaraa haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hordoftoota amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa Ayyaana Daamaraa (Masqalaa) Dirree Buufata Baabura Lafaa kan Kaziiraatti qophiiwan gara garaan kabajaati jiru. Ayyaanni Damaraa kun itti kabajamu Dirree Lagahaar qulqulleessaati jiru. Jimmata ayyaanni Daamaraa hordoftoota amantaa…


