Tajaajjilli Tola-Ooltummaa ibsituu jaalala Biyyaa taachaan ibsame

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojii tola-ooltummaa kan ji’oottan gannaa geggeefamaa ture har’a kurfiiwan beekamtii fi galataa dabalatee haala miidhagaa ta’een goolabameera. Wal-tajjii goolabbii hojii tola-ooltummaa kan ji’oottan Gannaa kan ganama kana geggeefamee irratti hojii ol’aanaa kanneen galmeessaniif badhaasaa fi beekamtiin kan laatame yoo ta’u.   hojii tola-ooltummaa kan ji’oottan Gannaa  geggeefamaa tureen Dargaggootni Araddoottan Magaalaa Bulchiinsa…

    Read More

      Oomisha Qonna baranaa irraa bu’aan ol’aanaan Galchuuf hojjatamaati jira.

      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Oomisha Qonna baranaa jechuuniis Oomisha bara 2011-12 kan yeroo ammaa sassaabamaa jiruun sirnaan walitti sassaabuuf hojjatamaa akka jiruu fi hoomaan awaanisaa bulchiinsatti mudate miidhaa Oomisha Qonna irraan akka hin ga’inii fi bara kanatti Oomisha Kuntaala Kum dhibba lamaa fi kudha-jaha ni argama jedhamee kan tilmaamame taachaas Hooganaa Itti-Aanaa Biiroo Qonna Bishaan Albuudaa…

      Read More

        Odeefannoo Sirraawaa fi si’aawaan hariiroo Ummataa fi Mootummaa cimsuuf shoora isaanii bahachuu qabu

        Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojjatoonni kutaa sab-qunnamtii Odeefannoo Sirraawaa fi si’aawaan kennuun hariiroo Ummataa fi Mootummaa cimsuu irratti shoora isaan irraa eegamu bahachuu akka qaban ibsame.   Biiroon dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa hojjatoota damee sab-qunnamtii kan Araddoottan Magaalaa Bulchiinsaa fi dhaabilee Sektarootaa irraa walitti babahaniif wal-tajjii gama gammii fi leenjii kenname irratti qorannoo haala…

        Read More

          Carraa Hojii Uumuudhaaf kutannoon Geggeesotaa murteessaa taachaan ibsame

          Geggeesota Hojii kan Sadarkaa Ol’aanoo Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Kilaastaraan Misooma Koorporeeshinii Indastirii irratti Leenjii Hubannoo gabbisuuf laatame Carraa  Hojii Uumuudhaaf kutannoon Geggeesotaa murteessaa taachaan ibsameera. Daayireektarii Ijoon Ejansii Misooma Intarpiraayizii Maanufaakchariingii Gad-aanaa fi Jiddu-galeessaa Federaalaa kan ta’an Obbo Asfaawu Ababaa Leenjii Hubannoo gabbisuuf laatame kana irratti akka ibsanitti Milkaa’ina Carraa  Hojii Uumuuf kutannoon Geggeesotaa murteessaadha…

          Read More

            Guyyaan Daa’imman Idil-Adunyaa Sadaasni 11 Dirree Dhawaatti kabajame

            Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Qopheessummaa Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immaniin Ganama har’aa jechuuniis Sadaasa 11 “ Daa’imman keenya kanaan Bara Hegeree keenya haa mil’annuu ”  dhaadannoo jedhuun Guyyaan Daa’imman Idil-Adunyaa Sadaasni 11 qophiiwan gara garaattiin kabajame.   Sagantaa qophii kana irratti argamuun haasawa baniinsaa kan taasisan Hoogantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Adde Kariimaa Alii akka…

            Read More