Weerara lafaa sadarkaa ol’aanaan mul’atu ittisuuf xiyyeefannoon hojjatamaa jirachuun ibsame
Bulchiinsa Dirree Dhawaa Iddoowan tokko tokkotti Weerara lafaa sadarkaa ol’aanaan mul’atu ittisuuf xiyyeefannoon hojjatamaa jirachuu fi Beetakiristiyaana Abuhee waliin wal-qabatee lafti Mooraa Beetakiristiyaana Abuhees lafa weeraramte keessaa isa tokko taachaa fi Abbootii warraa 8 waldaya tokko kan osoonii Beetakiristiyaanni Abuhee lafa babal’isaa hin fudhatin achirra jiraachaa turaniif iddii jireenyaa jijjiiraan qophaa’ee guyyoottan muraasa keessatti kaasuuf…


