Koronaa Baratoota irraa ittisuuf meeshaaleen qulqulinaa Birrii kum 700 deegarsaan kename.

    Manneen barnootaatti meeshaalee Koronaa ittisuuf gargaaru kan birrii kum 700 tti shalagamu Biiroon Fayyaa Biiroo Barnootaaf laate. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Sababa Dhibee Vaayirasii Koronaattiin Barnootni addaan cite ture jalqabamuun wal-qabatee Baratoota Koronaa irraa ittisuuf Biiroon Fayyaa Biiroo Barnootaa waliin qindoominaan Hojiiwan hojjachaa jiran keessaa Dhibee Vaayirasii Koronaa irratti hubannaa Baratoota gabbisuun cinatti deegarsi meeshaalee qulqulinaan…

    Read More