Koonfiransiin Qorannoowan Seeraa irratti xiyyeefate kan Biyyaalessaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti geggeefamuu jalqabe
Ogeeyotaa fi Hayyoonni damee Seeraa Dhaabilee Barnoota Ol’aanoo ykn Yuunivarsitiiwan Biyya teenyaa kanneen gara garaatti Muummee Barnootaa Seeraa argaman Qaamoleen ga’ee Seeraa dhaabilee Dirree Dhawaattii fi Biyya teenya irraa walitti babahan Seeraa kan irratti hirmaattan kan Guyyoottan lamaaf turu Koonfiransiin Qo’annoo fi Qorannoo Seera irratti xiyyeefate kan Biyyaalessaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti geggeefamuu jalqabe. Koonfiransii kana…


