Dorgommii Fiigicha Km 5 Kan Dirree waliin haa Misoomsinuu gaggeefame..

Odeefannoo Waqtaawaa, Saffisaa fi Guutuu ta’e argachuuf ፡- Fuula Marsarii ፦ https://www.diredawacommunication.org Feesbuukii፡- https://www.facebook.com/DDGCAB Yuu Tuubii፦ https://www.youtube.com/channel/UCQNCC5tcc6Jd9zCKcmzQ-eA Telegraamii፦ https://t.me/DDGCAB Tiwiitariu፦ https://twitter.com/DawaOffice Firoomuun hordofaa ይከታተሉን፡፡ Yeroo mara፦ Waan nuu waliin turtaniif Isin Galateeffanna! Magaalaa Dirree Dhawaa waliin Taanee Haa Misoomsinuu Mata Duree ja’uun Sagantaan Fiigicha Daandiirraa Bakka Kantiibaa Kadiir Juhaar Argamanitti gaggeeffame. Fiigicha fageenya kiiloomeetira shan…

Read More

ድሬዳዋን ለማልማት ሁሉም በየተሰማራበት ዘርፍ የበኩሉን አስተዋፆ መወጣት እንደሚገባው ተገለፀ

የድሬዳዋ አስተዳደር ወጣቶችና ስፖርት ኮሚሽን ከአፍረን ቀሎ የአትሌቲክስ ክለብ እና ከድሬዳዋ አትሌቲክስ ፌዴሬሽን ጋር በመተበባር “ድሬዳዋን በጋራ እናልማ” በሚል መሪ ቃል የ5 ኪሎ ሜትር የጎዳና ላይ ሩጫ እና የማህበረሰብ የአካል ብቃት እንቅስቃሴ በዛሬው ዕለት በድምቀት አካሄደ። በመረሀ ግብሩ ንግግር ያደረጉት የድሬዳዋ አስተዳደር ክቡር ከንቲባ አቶ ከድር ጁሀር ድሬዳዋን ለማልማት እንደዚህ አይነት እስፖርታዊ ዝግጅቶች በመከናወናቸው መደሰታቸውን…

Read More

Ilaalcha Kadhattummaafi Gargaaramummaa Keessaa Bahuun Badhaadhinaa Biyya Keenyaa Mirkaneessuuf Qundumtuu Qojjechuu Qaba Qedhame.

Gargaaramuurraa Gara Oomishtummaatti Birmadummaafi Kabaja Guutuu Biyyattiif! Mataduree Jedhurratti Mariin Hawaasaa Gaggeeffamaa jira. Waltajjii marii kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Hogganaa Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Kibba Itoophiyaa Obbo Xilaahun Kabbadaa, Miseensonni Kaabinee Bulchinsaa, Abbootiin Amantaa Abbootiin Gadaa Ugaazonni, bakka bu’oonni garee hawaasaa, jiraattoonni…

Read More

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Itoophiyaa Kibbaa Obbo Xilaahuun Kabadaa Dirree Dhawaatti Daawannaa taasisan.

Pireezidaantichi yeroo Buufata Dirree Xayaara Idil-adunyaa Dirree Dhawaatti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Itti-Aanaa Kantiibaatti Waamamaa Mootummaa fi Itti-gaagatamaan Waajira Paartii Badhaadhina damee Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf dabalatee Hoogantoota ol’aanoo Bulchiinsa Dirree Dhawaatiin simannaan addaa taasifameefiiti jira. Pireezidaant Xilaahuun turtii Dirree Dhawaatti taasisaniin Waajjira Hojigaggeessaa Magaalaan, Biiroo Daldalaa fi Indastiriin, Koomishinii Dargaggootaa…

Read More

Guyyaa Naannoo Idil-adunyaa 51ffaan Biqiltuu Kunuunsuun kabajame.

Sadarkaa Idil-adunyaatti Yeroo 51ffaaf Akka Biyya teenya Itoophiyaatti yeroo 31ffaan Guyyaa Naannoo Idil-adunyaa baranaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Aanaa Waaheel Araddaa Harillaatti Biqiltuu Kunuunsuun kabajame. Qopheessummaa Abbaa Taayitaa Bosona Naannoo fi jijjiirama Qabeenya Qilleensa Bulchiinsa Dirree Dhawaattiin Baratoota Yuunivarsitii Dirree Dhawaa irraa walitti babahan, Jiraatonni Araddaa Harillaa baay’ee fi Qaamoleen ga’ee gara garaa kan irratti hirmaachisuudhaan…

Read More

በድሬዳዋ አስተዳደር ”የመሬት ማገገም በረሃማነትና ድርቅን መቋቋም” መሪ ቃል የዓለም የአከባቢ ቀን ተከበረ

በስነስርዓቱ ላይ የድሬደዋ አስተዳደር የአከባቢ ደንና አየር ንብረት ለውጥ ባለስልጣን ኃላፊ አቶ አብዱ መሀመድ አባመጋል እንደገለፁት :መሬት እንዲያገግም በማድረግ በረሃማነትና ድርቅን በመቋቋም የተራቆቱ ቦታዎችን በማልማት ከተረጂነት መላቀቅ እና ምርትና ምርታማነት እንዲጨምር አካባቢን መንከባከብ እንደሚያስፈልግ አስገንዝቧል ። የተጎዱ አከባቢዎችን በልዩ ሁኔታ እንዲያገግም በማድረግ ከድርቅ ስጋትና ከድህነት መውጣት እንደሚቻል በዚሁ ወቅት ተገልጿል ። የምግብ ዋስትናን ለማረገጋጥ የሚቻለው…

Read More

warkaǀ Madax Waynaha Dawlada Deegaanka Konfurta Itoobiya Mudane tilahun Kabadhe Ayaa ismaaamulka Diri dhabe booqasho ku imiday.

Ugu horanynti Markii uu madaxwaynuhu ka soo dagay garoonka caalamiga ee diyaaradaha ee Diri dhabe waxaa ku soo dhaweeyay duqa magaalada Diri dhabe mudane Khadir Juhar, madaxa xafiiska xisbiga barwaaqada laantisa Diri dhabe mudane Ibraahim Yuusuf iyo masuuliyiin kale. Madaxwaynaha ayaa soo kormeeray mashaariicda laga fuliyeey ismaamulka, xafiiska beeraha, xafiiska ganacsiga iyo warshadaha ka jira…

Read More

Biiroon Barnoota Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Gaggeesota Manneen Barnoota Dhuunfaa fi qooda fudhatootaa waliin marii gaggeesse.

Waltajjii marii kana irratti argamuun haasaa kan taasisan Hooganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Sulxaan Alii akka jedhanitti Kaayyoon Marii kanaa Qulqulina Damee barnootaa mirkaneessuuf Tattaaffiin gara garaa Akka Biyyaa fi Bulchiinsaattiis taasifamaa jira jedhanii Qulqulina barbaadamu milkeessuuf Gaggeesota Manneen Barnoota Dhuunfaa fi qooda fudhatootaa waliin walhubachuun hojiiwan qulqullina Barnootaa fooyyessuuf dandeesisan irratti…

Read More