|Hojii tola ooltummaatiin manneen harka qalleeyyii aanaa 04 hujii jiiysanii jaaruu eegalchiisan.
Manneen hujii tola ooltummaatiin hojjataman lamaan ji’a tokkoofii guyyaa 15 keeysatti jaaranii kan xumuran tahuu Itti aanaan biiroo Daldala Industiriifii Invastimantii obbo Abdii muktaar sirna eegalchiisaarratti dubbatan. Hujiin tola ooltummaa baroowan torban dabranitti akka biyyaattiif tahee akka bulchinsaati hojjatamaa jiran lammiilee harka qalleeyyii rogoowwan gara gara garaatiin fayyadamoo taasisaa argama. Hujii kana keeysaa…


