waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kurfii gara garaan kabajamuu jalqabe
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” jedhuun bulchiinsa Araddaa 08 tti dargaggootni kaka’uumsa ofii isaaniin manneen maatii harka qalleeyyii suphuudhan kabajaniiru . Kurfii kana irratti Hoogantuu Biiroo Barnootaa kan taate Adde Muluukaa Mahamad haasawa taasisaniin Akka jedhanitti Ayyaana hundeffama ODP kan waggaa 29 bara kanaa…


