Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti Koonfiraansii geggeefamuufi

    Sadarkaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti haala qabiinsaa Qabeenya Uumamaa , Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti kan xiyyeefatu mariin Koonfiraansii geggeefamuufi.   mariin Koonfiraansii geggeefamuuf jedhu kana ilaalchisuudhaan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hoji-geggeessaan Waajjira Abbaan Taayitaa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Obbo Abduu Mahaamad ibsa gaazexeesitootaaf laataniin akka eeranitti qaamoleen ga’ee kanneen Naannawa Dirree Dhawaa kanneen…

    Read More

      Jiraatota Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsan

      Ganama kana  Mudde 10 bara 2012 ALH sa’aatii 12:21 irratti Biyyi teenya Itiyoophiyaan yeroo jalaqabaaf gara hawaatti Saatalaayitii milkaa’inaan furgugaafteen Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsaniiru.   Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Saatalaayitii Biyyi teenya Itiyoophiyaan ganama kana furgugaafte ilaalchisuun Namoota waan itti dhaga’ame gaafanne keessaa Obbo Yaasiin Aliyyii , Obbo…

      Read More

        Saatalaayitiin Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf furgugaafte Lafa Mil’achuu jalqabde

        Biyyi teenya Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf furgugaafte tan (ETRSS-1) jedhamte tun faayidaalee gara garaa kan biyya teenyaaf akka gumaachitu kan eegamuudha. Itiyoophiyaan Saatalaayitii jalqaba gara Hawaatti ergiteetti. Itiyoophiyaan Saatalaayitii jalqaba guyyaa har’aa gara Hawaatti haala milkaa’aa ta’een ergiteetti. Saatalaayitiin gara Hawaatti ergamtu tun lafarra fagaattee kaa’amun ishee Itiyoophiyaaf fayyidee gurguddoo baay’ee argamsiste jedhameera. Balaa uumaman dhufu…

        Read More