Ayyaanni Guyyaa Manguddota Idil adunyaa 30ffaan Kabajame.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Akka Idil-adunyaatti yeroo 30 ffaaf fi akka Biyya teenya Itiyoophiyaatti yeroo 29 ffaaf Guyyaa Ayyaana Manguddota Idil adunyaa dhaadannoo jedhuun marii paanaaliin kabajame. Guyyaa Ayyaana Manguddota Idil adunyaa 30 ffaaf kun dhaadannoo “Deebiin Si’aawaa fi Raawatamaan Manguddotaaf ” jedhuun marii paanaaliin kabajame kana irratti argamuun haawasa Baniinsaa kan taasisan Itti Aanaan Kantiibaa…

    Read More