Koomishiniin jiddu-Gala Oolmaa Dargaggootaaf Deegarsa Meeshaalee Birrii miiliyoona 3.5 laate
Koomishiniin Dargaggoo fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Araddoottan Magaalaa fi Kilaastaroottan Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Afranitti jiddu-Gala Oolmaa Dargaggootaa argamaniif Deegarsa Meeshaalee Birrii miiliyoona 3.5 deegarsa laate. Koomishiniichi Birrii miiliyoona 3.5 Meeshaaleen Deegarsaa laate kun jiddu-Gala Oolmaa Dargaggootaa kanneen Araddoottan Magaalaa fi Kilaastaroottan Baadiyaa Afranitti argamaniif kan Tajaajilu Kitaabota , Mirinjaala , Teessoowan . Sheelfiiwanii…


