Hordoftoota Amantaa Kiristaana Ortoodoksii Guyyaa seensa (jalqabii) Soomaa baga geessan jedhan.
Daayireektarri Ol’aanaan Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Abdulsalaam Mahamad hojjatoota Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa kan Hordoftoota Amantaa Kiristaana Ortoodoksii taatanniin baga Guyyaa seensa (jalqabii) Soomaa geessan jedhan, Kafaltoonni Gibiraa kan Hordoftoota Amantaa Kiristaana Ortoodoksii taatan, Ambaasaadaroonni Gibiraa, Jiraatonni Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi akkasumaas Ummata biyya teenyaa kan hordofoota Amantaa Kiristaana Ortoodoksii hundaan baga…


