Sababa dhibee Koronaattiin Barnotni Sadarkaa Guutuu Biyyaattii fi akka Bulchiinsa Dirree Dhawaattii kennamuu arra Onkololleessa 9 bara 2013 irraa kaasee kennamuu jalqabeera.
mala ittisa Koronaatti gargaaramuun hojiin Baruu fi Barsiisuu kan kennamu yoo ta’u of eeggannoof Maaksiin Ministeera Barnootaa irraa deegarsaan dhufees Manneen Barnoota Magaalaa Dirree Dhawaa kanneen gara garaatti sirna Baruu fi Barsiisuu jalqabsiisan
irratti Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Buuhiinkan laataniiru.


