Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Bakka Bu’oota Sektarooraa fi Qaamolee ga’ee irraa kanneen walitti babahaniif Qajeelfama Vaayirasii Koronaa haara’aa irratti hubannoon kenname
Wal-tajjii hubannoo kana irratti Qajeelfama Vaayirasii Koronaa haara’aan Gochoottan dhorkamoo dirqisiisoo kaa’aman keessattuu kenniinsa tajaajilaa irratti Dhaabilee mootummaattiis ta’e miti Mootummaa kamiyyuu keessatti Hagooggii Afaanii fi Funyaanii osoonii fi hin godhanne tajaajila laachuun , tarkaanfii nama ga’eessaa lamaan gad walitti hiiquun , Mirinjaala tokko irratti namoonni sadihii ol’akka taa’an gochuunDhorkamaa taachaa fi Dhaabileen tajaajila Daldalaa laatan nama Hagooggii Afaanii fi Funyaanii hin kaayanneef tajaajila laachuun .


