Kutaa Baha Biyyaatti Hojiin miidhaa Balaa Hoomaa Awwaanisaa ittisuuf.

    taasifamaa jiru jajjabeessaa taachaan ibsame
    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Koreen ittisa miidhaa Balaa Hoomaa Awwaanisaa kan kutaa Baha Biyya teenya jechuuniin Hooganaan Biiroo Qonna Bishaan Albuudaa fi Inarjii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf , Itti-Aanaa Hooganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Oromiyaa Obbo Geetuu Gamachuu gamtaan ibsa laataniin akka addeessanitti Kutaa Baha Biyyaatti Hojiin miidhaa Balaa Hoomaa Awwaanisaa ittisuuf taasifamaa jiru jajjabeessaa fi miidhaas to’achuun haala danda’ame irra kan ga’ame taachaa ibsan.