Roga maraan Hirmaannaa fi irraa fayyadamtummaa Dubartootaa mirkaneessuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuun ibsame.
Guraandhala 10-2013 ( Dirree Dhawaa ) Adeemsa Ijaarsa Biyya sab-daneessummaadhaan Badhaate ijaaruuf jalqabne keessatti shoora Dubartootaa guddisuudhaan Dubartoota dhiibbaa Uumuu fi Badhaadhina milkeessuu danda’an horachuudhaaf Jaarmayaalee Dubartoota horachuuf kaayyeefatee ‘‘Hirmaannaa fi irraa fayyadamtummaa Dubartootaa Badhaadhina Idileef ’’ jedhuun marii paanaalii kan Araddoottan Magaalaa fi Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti geggeefamuuf jedhu ilaalchisuun Itti-gaafatamtuun Waajjira Liigii Dubartootaa…


