Deegarsi Meeshaalee Qulqulinaan eegatanii Raayyaa Ittisa Biyyaaf Taasifame.
Guyyaa Dubartoota Idil adunyaa sababeefachuun Biiroon Dhimma Dubartoota fi Daa’iman Bulchiinsaa miseensota Raayyaa ittisa Biyyaaf deegarsa meeshaalee qulqulinaan eegachuuf oolanii gumaachaniiru Deegarsa kana kan gumaachuu fi miseensota RIB kan Izii Kaabaatti miidhamanii walaanamaa jiran Hospitaala Riferaala Humna Raayyaa Ittisatti walaanamaa jiran daawachuun deegarsa meeshaalee qulqulinaan eegatanii laataniiru.Sirna daawannaa fi deegarsa kennuu geggeefame irratti Hoogantuun Biiroo…


