Buufatni Tajaajila Taaksii Saabiyaan Sa’idoo gara Qeeyraatti jijjiiramuun ibsame.

    Konkolaachiftoonni Taaksii Bitootessa 17 irraa jalqabee Iddoowan gara garaa irraa imala gara Saabiyaan taasisan Maadiyaa Saabiyaaniin goranii daandiiwan Ganda keessaa qopha’aniin deemuu akka qabaniis ibsameera. Yeroo ammaa daandiiwan Magaalattii sochii geejiba Konkolataa humna isaaniin ol ta’e keessumeessaa jiraachuu irraa kan ka’e Sirnaan akka tajaajilaniif yaadamee Filmaata Daandiiwan geejiba Konkolataa dabalataa hojii irra oolchuuf hojjachaa jiraachuu…

    Read More