Kaayizanii raawwachuun Naannawa Hojii Mijataa waan nuuf Uumuuf Tajaajila Kenniinu Fooyyessuuf nu dandeesiseeraa jedhan.
Biiroon daldala, industirii fi invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaa waliin ta’uun fooramii kaayizanii waggaa qophaawe irratti qaamoleen ga’ee hirmaatan yaada laataniin Akka jedhanitti Kaayizanii raawwachuun Naannawa Hojii Mijataa waan nuuf Uumuuf Tajaajila Kenniinu Fooyyessuuf nu dandeesiseeraa jedhan. Waltajjii marii kanarratti Ergaa baga nagayaan dhuftanii kan dabarsan daarektarri insitiyuutii teeknooloojii Yuunivarsitii Dirree Dhawaa obbo…


