Injifannoo Adawaa Yommuu Kabanyu Dhimmoota Har’aa Keenyaaf Humna Ta’anirratti Xiyyeeffachuu qabna jedhame

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adawaa 129ffaan Mario Paanaaliitiin Kabajame. Waltajjii Marii paanaalii kana kan qopheesse Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummmaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Yommuu ta’u, kutaaleen hawaasaa Garaagaraarraa walitti baba’an hirmaataniiti jiran. Hogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummmaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Buruk Fallaqaa waltajjii Mario kanarratti haasaa tasisaniin guyyaan Injifannoo Adawaa Gurraandhala 23 guyyaa…

Read More