Talaalliin pooliyoo walitti Aansuun marsaa lammaffaa Caamsaa 22-25tti ni kennama.
Talaalliin pooliyoo walitti Aansuun marsaa lammaffaa Caamsaa 22-25tti ni kennama. pooliyoon daa’imman dhukkuba qaama namaa keessumaa harkaa fi miila laaffisu yoo ta’u, du’aaf illee nama geessuu kan dandahu akka tahee dubbataniiru. Biyyoota ollaa fi biyya keenya keessatti dhibeen pooliyoo mul’achuu hordofuun talaalliin kun daa’imman irratti kan kennamu tahu’u dubbataniiru. Kanaafuu, akka biyyaattis ta’e akka mootummaatti…


