Miseensoota Paartii Badhaadhinaa kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif Gurmaa’iinsa Paartii fi Ergama Miseensummaa irratti leenjii hubannoo gabbisuu kenname.
Waltajjii leenjii kana irratti Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Daayireektarri Daayireektoreetii Infoormeeshin Komunikeeshinii Obbo Milkeessaa Muummee akka jedhanitti imala Badhaadhinaa biyyi teenya jalqabde saffisiisuuf ga’een Miseensotaa fi raawwatootaa ol’aanaadha jedhan. Miseensotaa fi raawwatoonni beekumsaa fi dandeettiin cimsaa deemuun shoora irraa ergamu gumaachuu qabuu jechuun dhaaman. Biiroochatti Daayireektarri Daayireektoreetii Qaamolee Miidiyaa horaachuu fi Ga’oomsuu Obbo…


