Filannoon Biyyaaleessaa Itoophiyaa Barana Gaggeeffamu Haqa-qabeessa, Nageenyaafi Dimokraatawaa Akka Ta’ee Akka Xumuramu Dubartoonni Shoora Olaanaa Akka Qaban Ibsame.

Gurmuun Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Sosochii Filannoo Biyyaaleessaa Bara 2018 ilaalchisuun Waldorgommii gaafiifi Deebii Gaggeesse. Saganticharratti argamuun haasaa kan taasisan Hoggantuu Gurmuu Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Hukmiyaa Mohammed paartiin Badhaadhinaa dubartoota ga’oomsuufi aangessuurratti xiyyeeffannaa guddaan hojjechaa jiraachuu eeranii hiaannaafi fayyadamummaa dubartootaa akka mirkanaa’u dubartoonni hundumtuu gaheesaanii akka ba’atan dhaamaniiti…

Read More

ለሀገሪቱ ዘላቂ ሠላም እና ለተጀመረው የብልጽግናና የልማት ጉዞ የማህበረሰቡ ትብብር ወሳኝነት እንዳለው ተገለጸ።

“ሠላም ለሁላችን” በሚል መሪ ቃል የሠላም የውይይትና ምክክር እንዲሁም የፀጥታ አካላት የምስጋናና ዕውቅና መድረክ በ05 ወረዳ ተካሔደ። የድሬዳዋ ፓሊስ ጠቅላይ መምሪያ ዋና አዛዥ ኮሚሽነር አለሙ መግራ በመርሐግብሩ ላይ ተገኝተው እንደገለፁት ለሀገራችን ሠላም ባለቤቶች እራሳችን ስለሆንን ሁላችንም በያለንበት በባለቤትነት የጋራ የሆነውን ሠላም ማስጠበቅ እንደሚገባ ገልጸዋል። በውይይቱ ላይ የተገኙት ወጣቶች እንደገር የተገኜውንና የመጣውን ሠላም በያገባኛል ስሜት ልንጠብቀው…

Read More