Eenyummeen Faaydaa Akkuma Maqaasaa Faaydaa Olaanaan Waan Qabuuf Jiraattonni Magaalaa Eenyummee Hingalmaa’in Kiitiiwwan Faaydaa Naannoosaaniitti Qophaa’anitti Galmaa’uudhaan Abbas Eenyummee Faaydaa Akka Ta’an Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Dhaaman.
Jiraattota Bulchinsa Dirree Dhawaa Hundumaa Eenyummee Faaydaa Akka Argatan Qindoominaafi tumsaan hojjetamaa jiraachuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Ibsan. Bulchinsatti bara 2017 tti galmeessuu Eenyummee “Fayda” kuma 503 ol taasisuu kan eeranii Kabajamoo. Obbo Harbii Buuh bars 2018 Kanas hangs ammaatti namoonni Kuma 230 ol Eenyummee fayda galmaa’uu ibsaniiti jiran. Haaluma walfakkaatuunis…


