ሁላችንም ለሠላም አምባሳደር ልንሆን ይገባል

    የሠላምን ዋጋ ከእኛ ከኢትየጵያዊያን በላይ በቅጡ ሊረዳ የሚችል ሊኖር አይችልም፡፡ ለረጅም ዓመታት በውጪ እና በውስጥ የእርስ በእርስ ግጭት ስንናጥ ከኪሳራ፣ ኋላ ቀርነት እና ድህንት በቀር ያተረፍነው ነገር የለም፡፡ ከዚህም የተነሳ ሠላምን ማጣት ማለት ምን ማለት እንደሆነ እኛ ኢትዮጵያዊያን የምናውቀው እንደሌሎቹ በሚዲያ ሳይሆን ካጠገባችን በተለዩን ዘመዶቻችን እና ወገኖቻችን ነው፡፡ ለዚህም ነው ስለሠላም ዋጋ ከእኛ በላይ አዋቂ…

    Read More

      Nageenyi kan Siranu jeequmsa dhaabbisuun osooniifi hin ta’in rakkoolee furuudhaan jechuun jiraattonni Dirree Dhawaa ibsan

      Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti “Nageenya Seenaan Tee adda kan foo’amtu Jaalalaani ” dhaadannoo jedhuun wal-tajjiin marii Konfiransii Nageenyaa Jiraatonni Bulchiinsaa kan kum 57 ol ta’an irratti hirmaachuun geggeefamaa ture wal-tajjii goolabii geggeefame irrattihirmaatota dubbifne keessaa warren yaada nuuf laattan akka jedhanitti Nageenyi kan Siranu jeequmsa dhaabbisuun osooniifi hin ta’in rakkoolee furuudhaan jedhan Jiraattonni yaada isaaniin…

      Read More

        Gareen Ambaasaadaroota kan haawan 22 hamate qaamolee hawaasa gara garaa waliin mari’ate

        Bulchiinsa Mootummaa Naannolee Biyya teenyaa 9 fi Bulchiinsa Magaalota 2 irraa kan walitti babahan Gareen Ambaasaadaroota kan haawan 22 hamate Bulchiinsa Dirree Dhawaatti qaamolee hawaasa gara garaa waliin marii taasisan. Gareen kun imala nageenya deebisuu kaayyeefachuudhaanBulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti taasiseen yeroo gara bulchiinsaatti seenan irraa jalqabee simannaan addaa fi hawataa ta’e hawaasaa fi Bulchiinsa Dirree…

        Read More

          Yuunivarsitiiwan Nageenyaa fi Guddina Biyyaaf shoori qaban ol’aanaa akka ta’e ibsame

          Yeroo dhihoo asitti rakkoolee nageenyaa kan akka biyyaatti Kutaalee biyyatii kanneen gara garaa keessattii fi akka Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaattiis iddoowan tokko tokkotti rakkoolee dhabamuu Tasgabii fi nageenyaa mudachaa tureen lubbuu namootaa fi qabeenya irraan miidhaa geesisaa dhufe ittisuun Nageenyaa fi Guddina Biyyaaf shoori keessattuu baratootaa fi hawaasni Yuunivarsitiiwan qaban ol’aanaa akka ta’e Pirezidaantiin Yuunivarsitii…

          Read More

            Dirree Dhawaatti Marii Konfiransii Nageenyaa hawaasaa gara garaa geggeefamaa ture goolabame

            Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti qaamoleen hawaasa gara garaa waliin Marii Konfiransii Nageenyaa kan “Nageenya Seenaan Tee adda kan foo’amtu Jaalalaani ” dhaadannoo jedhuun wal-tajjiin marii Konfiransii Nageenyaa kan Jiraatonni kum 57 ol ta’an irratti hirmaachuun geggeefamaa ture Aadaa fi Duudhaa Dirree Dhawaa waggoottan dheeraaf ittiin beekamtu tan wal-danda’anii nageenyaa fi wal-jaalatanii ittiin jiraachaa turan cimsanii…

            Read More

              የድሬዳዋ አስተዳደር አስፈፃሚ አካላት 2007 ዓ/ም የ6 ወራት የሥራ አፈፃፀም ሪፖርት

              የማክሮ ኢኮኖሚ አፈጻጸም በተመለከተ  ፈጣን እና ቀጣይነት ያለው የኢኮኖሚ እድገት በማስመዝገብ ረገድ በአስተዳደራችን የተነደፈውን እድገትና ትራንስፎርሜሽን እቅድ መሰረት በማድረግ ፈጣን እና ቀጣይነት ያለው የኢኮኖሚ እድገት ከማስመዝገብ አንጻር በተደረገው ፈረጀ ብዙ የልማት እንቅስቃሴ ባለፉት አራት ተከታታይ አመታት በአጠቃላይ ኢኮኖሚው የ11.8 በመቶ አማካይ አመታዊ እድገት ተመዝግቧል፡፡ በ 2005 ዓም የተመዘገበው እድገት ለብቻው ሲታይ የ 11.9 በመቶ ሲሆን የየዘርፉ…

              Read More

                ልዩነቶቻችን ዴሞክራሲያዊ መብቶቻችን እንጂ የግጭት መንስኤዎች ሊሆኑ አይገባም!!!

                ልዩነቶች ከነባራዊ ሁኔታዎቻችን አሊያም ከዝንባሌዎቻቻንና ከፍላጎቶቻችን የሚመነጩ የማንነታችን መገለጫዎች ናቸው ፡፡ ከዚህ አንጻር ምንም ዓይነት ልዩነቶች ከተፈጥሯዊ ማንነታችንና ከዕምነታችን ስለሚመነጩ በአስተሳሰብና በተግባራችን ሊገለጡ ይችላሉ ፡፡ እነዚህ ልዩነቶቻችን አንዳንዶቹ ገና ከጠዋቱ ስንወለድ ጀምሮ አብረውን የነበሩ በመሆናቸው ፤ አንዳንዶቹ ደግሞ ከጊዜ በኋላ በመኖር ሂደት አምነንባቸው የተቀበልናቸው ስለሆኑ ከማንነታችን ጋር በእጅጉ የተቆራኙ ናቸው ፡፡         ስለሆነም እነዚህን ልዩነቶች…

                Read More