Dirree dhawaati barnotni sirna Gadaa bara barnota 2013 ni jalqaba

    Bara Barnootaa kanatti Barnotni Sirna Gadaa kennuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Hoogantuun Biirroo Barnoota Bulchinsaa dirree dhawaa Adde Muluukaa Mahammad.
    Barnota Sirna Gadaa Baratoota kuta Afaan Oromoo kan sadarka 1ffaa tti jalqabuuf degarsaa kitaba barnotichaa barsiisootaf biirroo barnota oromiyaa gaffaane deebii eegacha jira kan ja’aan addee Muluukan kitabni kuta 1hama 4 maxxanfamee xumuramuu himaani 5 hama 8 immoo maxxansaa irraa jira jedhaan. Barnotni Sirna Gadaa dirree dhawaati jalqabamuun murtesaa tahuu mirkaanessaan.