Hirmaanaa fi irraa Fayadamtummaa Dubartootaa mirkaneessuu xiyyeefanoon akka barbaachisu ibsame

    Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Bulchiinsaa karoora waggoota 10 dhufuu Raawii hojii irratti qaamolee ga’ee waliin marii taasise irratti Hoogantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imanii Adde Kariimaa Aliyye hirmaanaa fi Fayadamtummaa dubartootaa roga Dinagdee hawaasummaa fi siyaasaan mirkaneessuuf xiyyeefannoon barbaachisaadha jedhan.