Guyyaan Alaabaa 13ffaan dhaadannoo Alaabaan Teenya Nageenyaaf waliiin jireenyaa fi badhaadhina keenyaaf dhaadannoo jedhuun Afa yaa’iin Mana Marii Bulchiinsaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa dabalatee geggeesonni sadarkaa gara garaa fi bakka buutonni dhaabilee adda addaa sirna kabaja ayyaana Alaabaa 13 kana irratti hirmaataniiru.
Guyyaan Alaabaa 13 kabajame.


