Afa yaa’iin Mana Marii bulchiinsaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa Jiila Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Faransaay Kabajamoo Obbo Reemii Marshaan duurfamu simachuun waliin mari’atan.
Marii taasisan kana irratti Dirreen Dhawaa fi Faransaay Hariiroo hawaas-Dinagdee yeroo dheeraaf qaban daran roga Invastimantiin cimsuun haala dandeesisu irratti xiyyeefachuun mari’ataniiru.


