Sagantaan Piroojektii Misooma Seeftineetii jiruu fi jireenya hawaasa baay’ee jijjiiraa jiraachuun ibsame.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Sagantaan Piroojektii Misooma Seeftineetiin Abbaa fi Haawan warraa hamatamanii turan kum 3 fi 428 ebbifamuudhaan turtii waggoottan sadii ce’aniiru. Hojiiwan Ijoo irratti hojjachaa turan Koosii sassaabuu fi qulquleessuu, misooma magariisaa, misooma sululaa fi Ijaarsa piroojektoota xixiqoo irratti bobbaba’uun miseensonni maatii kan kum 46 ta’u fayyadamoo ta’aniiru. Sagantaa Eebba Hojiiwan Bu’uraalee Misoomaa kan…

    Read More

      A draw was held for the production and sale of shades.

      Deputy Mayor and Chairman of the Dire Dawa Industrial Cluster Development Corporation, Kedir Juhar, said that for the shopping mall located in Dire Dawa Administration Kebele 08 specifically in Legare 39 manufacturing and retail houses have been handed over to the beneficiaries. Deputy Head of the Trade, Industry and Investment Bureau, Abdi Muktar, on hispart…

      Read More

        በድሬዳዋ ከተማ በከተማ ልማታዊ ሴፍትኔት ፕሮጀክት የበርካቶችን ህይወት እያሻሻለ እንደሚገኝ ተገለፀ::

        በአስተዳደሩ በከተማ ልማታዊ ሴፍትኔት ፕሮጀክት ታቅፈው የነበሩ ከ3 ሺህ በላይ አባወራ ተጠቃሚዎች ተመረቁ። በከተማ ነዋሪዎች ላይ የሚስተዋለውን የምግብ ዋስት ችግር በዘላቂነት ለመፍታት ታስቦ በሃገር አቀፍ ደረጃ በመተግበር ላይ በሚገኘው የከተማ ልማታዊ ሴፍትኔት ፕሮግራም ዝቅተኛ ገቢ ያላቸውንና የድሃ ድሃ የሆኑ የህብረተሰብ ክፍሎችን ተጠቃሚ እንዲሆኑ እየተደረገ ይገኛል። ፕሮግራሙ እየተተገበረ ከሚገኝባቸው ክልሎችና የከተማ አስተዳደሮች መካከል በድሬዳዋ በሁለተኛው ዙር…

        Read More