March 24, 2021
Tajaajila Hospitaalli Dil-Corraa laatu Sadarkaa fooyya’aatti guddisuuf irratti kan xiyyeefate mariin geggeefame.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Deetaan Ministeera Fayyaa Dr. Darjee Dhugumaa , Bakka Bu’aa Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Obbo Sulxaan Aliyyii , Hoogantuun Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Adde Lamlam Bazaabih akka sumaas Hoogantoonni ol’aanoon Qaamolee ga’ee Fayyaa kan Federaalaatii fi Bulchiinsaa kan irratti hirmaatan Tajaajila Hospitaalli Dil-Corraa laatu Sadarkaa fooyya’aatti guddisuuf…


