Dirree Dhawaatti Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamu daawannaa taasiseen jidugala Tajaajila
walaansa tokkoo kan Hospitaala Dilcorraa, jidugala turtii dandamachiisa miidhaamtoota miidhaa saalaa fi jidugalala turtii daa’iman miidhaaf saaxilamanii akkasumaas piroojektii ijaaramaa jiru erga daawataniin booda Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti marii Guyyaa Ayyaana Dubartoota idil adunyaa irratti marii geggeessaniiru.


