Guutiinsa Bishaanii marsaa 2ffaan hidha haaromsa Guddichi Ityoophiyaa ilaalchisuun mariin paanaalii Biyyaallessaa geggeefame.

    Qopheessummaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaattiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf faayidaa qabu irratti mariin paanaalii Biyyaallessaa kan Hayyoonni Biyya teenyaa baay’een Qorannoowan gara garaa kan dhimma Ijaarsi Hidha Haaromsaa walitti hidhamiinsa Hawaas-Dinagdee fi Siyaasaa cimsuun Guddinaa fi nageenya naannichaaf bu’aa qabaachuu danda’u irratti qorattoonni damichaan qorannoowan qopheessan dhiheessuun mariin paanaalii irratti geggeefameera….

    Read More