Leenjii isiniif kennamu naamusaan hordofuun Shaakkalliin guddisuu qabduu jedhan.
Dhalatoonni Dirree Dhawaa kan Biyyoottan Alaa jiraattan Akaadaamii Masarat Maanneettiif deegarsa Meeshaalee Ispoortii taasisan irratti Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh Ispoorteessitoota Akaadaamichatti leenji’aa jiraniif ergaa dabarsaniin akka jedhanitti Magaalaan teenya Dirree Dhawaa Seenaa Ispoortii Biyya teenyaa Itoophiyaa keessatti keessattuu gama kubbaa miilaan shoora ol’aanaa qabaachaa turte kan Kilaboota Liigii…


