Hidha Haroomsaa’f hanga ammatti Birriin biiliyoonni 18 ol walitti qabame
Hidha Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaaf hanga ammaatti Birriin biiliyoonni 18.9 walitti qabamuu Wajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa beeksise. Daayrektarri Itti Aantuun Waajjirichaa Aadde Fiqirtee Taammir ibsa kennaniin, Hidhi Guddichi Haroomsa Itiyoophiyaa lammiileen hundi kan irratti waliigalee fi mallattoo olkaa’iinsa ta’uu himan. Haaluma kanaan, waggaan 13ffaan dhagaan bu’uura hidhicha itti kaa’ame mata duree…


