Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar gaarii fi abdiqabeessaa jedhan

Jilli Itti-Aanaa Kantiibaa fi Hooganaan Biiroo, Daldala Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuhii fi Deetaa Ministeera Inarjii Obbo Miliyoon Maatiyoosiin duurfame sadarkaa Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar irra ga’e ilaalchisuun daawwannaa taasisan irratti Obbo Miliyoon akka jedhanitti Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar gaarii fi abdiqabeessaa jedhan.

Hojii gaggeessan dhaabbata Simintoo Paayunar Dr. Abduljabbaar Abdulsamad akka jedhanitti dhaabbanni dhaabbanni Simintoo Paayunar bara 2009 irraa jalqabee Galtee Oomisha Simintoo oomishee dhihheessaa turuu jiranii bara kana hojii Babal’isa keessattuu ji’oota sadeen darbe gaggeefamaa tureen Baasii Birruu Miiliyoona 200 Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar gara Warshaa Simintootti guddisuuf taasifame milkaa’ina ol’aanaan yeroo qabame tti gaggeefamuun isaa hojiiwwan kutannoo fi saffisaan hojjachuun milkeessuu akka dandeenya kan muuxannoo guddaa irraa qooda nuu jedhan.

Jilli kun IItti-Aanaa Kantiibaa fi Obbo Harbii Buuhii fi Deetaa Ministeera Inarjii Obbo Miliyoon Maatiyoos Warshaa Simintoo Paayunar hojii oomisha Simintoo yeroo gabaabaa keessatti jalqabsiisuuf Tajaajila Humna Ibsaa dabalatee qaamolee ga’ee waliin mariin gaggeefameera.

Abbdii Adamiin

Suuraan Teedroos Lu’uulsaggad

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *