Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar gaarii fi abdiqabeessaa jedhan
Jilli Itti-Aanaa Kantiibaa fi Hooganaan Biiroo, Daldala Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuhii fi Deetaa Ministeera Inarjii Obbo Miliyoon Maatiyoosiin duurfame sadarkaa Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar irra ga’e ilaalchisuun daawwannaa taasisan irratti Obbo Miliyoon akka jedhanitti Hojiin Babal’isa dhaabbata Simintoo Paayunar gaarii fi abdiqabeessaa jedhan. Hojii gaggeessan dhaabbata Simintoo Paayunar Dr….


