waggaa 29 Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP marii paanaaliin kabajame

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29 ffaan Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP fi waggaa 1ffaan jalqabbii imala Jijjiiramaa marii paanaalii kan Sadarkaa Kilaastara Baadiyaa fi Araddoottan magaalaatti Bitoottessa 14 fi 15 geggeefameen haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera.   waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” dhaadannoo jedhuun kabajamuu jalqabe kun…

    Read More

      Weerara lafaa sadarkaa ol’aanaan mul’atu ittisuuf xiyyeefannoon hojjatamaa jirachuun ibsame

      Bulchiinsa Dirree Dhawaa Iddoowan tokko tokkotti Weerara lafaa sadarkaa ol’aanaan mul’atu ittisuuf xiyyeefannoon hojjatamaa jirachuu fi Beetakiristiyaana Abuhee waliin wal-qabatee  lafti Mooraa Beetakiristiyaana Abuhees lafa weeraramte keessaa isa tokko taachaa fi Abbootii warraa 8 waldaya  tokko kan osoonii Beetakiristiyaanni Abuhee lafa babal’isaa hin fudhatin achirra jiraachaa turaniif iddii jireenyaa jijjiiraan qophaa’ee guyyoottan muraasa keessatti kaasuuf…

      Read More

        waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kurfii gara garaan kabajamuu jalqabe

        Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” jedhuun bulchiinsa Araddaa 08 tti dargaggootni kaka’uumsa ofii isaaniin manneen maatii harka qalleeyyii suphuudhan kabajaniiru . Kurfii kana irratti Hoogantuu Biiroo Barnootaa kan taate Adde Muluukaa Mahamad haasawa taasisaniin Akka jedhanitti Ayyaana hundeffama ODP kan waggaa 29 bara kanaa…

        Read More

          Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 haala miidhagaa fi addaan kabajuuf kurfiin xumuramaa jira

          Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 haala miidhagaa fi addaan sagantaawan gara garaan kabajuuf kurfiin haal-duree xumuramaa jiraachuu Itti Gaafatamaan WODP kan damee Dirree Dhawaa Obbo Abduljawaad Mahamad kurfii Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 baranaa ilaalchisuun ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin ibsaniiru.   Obbo Abduljawaad Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 baranaa yeroo dhaabni…

          Read More